Latest posts

โ€œGoota gaafa xiiqii Hiriyaa ganamaa Duutikee akkamiin Anaaf amanama? Hollachiiftuu diinaa Woraantuu akka xiyyaa Onnachiiftuu firaa Jaala qabsoo kiyyaa.. "Shekispiir Oromoo" Dhufee na dubbisi Mee ka'ii geeraarii Baroodii; shubbisi. Roorroodhaaf adeemee Si dhiisee jiraatti Deebiyee faanakee Maa'n dhaba ciraatti? Dhiira onneen gaaraa Dhukaatuu akka qawwee "Jirtuu?" nuun jedhimee Sagaleekeen hawwee... Anatti ballisuuf Ofiif aarsaa taatee? Waan nagattee deemteef Natti'n himtuu kaatee... Jaala qabsoo kootii Yaa waahila aartii Yaa booji'aa diinaa Yaa gaachana aantii Siif gameeti malee Hacee ya

2026-10-06๐Ÿ‘ 350

https://youtu.be/go8WuS9h6jw?si=4gurK0t-f7tIwrM8 โค2

2026-09-28๐Ÿ‘ 825

Faajjii sabboonummaa Gootittii dubartii Haadha Oromootaa Jaalannu nu marti Dungoo bar' dukkanaa Guca qabsoo sabaa Guddittii akka gaaraa Haadha seenaa jabaa Sagalee kilooleen Mi'eessitee aartii Hidhattees nuuf loltee Si'eessitee aantii Qaanqee qabsoo taatee Bar dukkanaa keessa Gubattee nuuf iftee Akka gubaalessaa Oromummaan boonnee Akka nu of taanuu Osoo wal hin qoonne Akka nu wol taanuu Tokkummaan roorrootti Akka nu ol kaanuu.... Anniisa nuuf taatee Saba rafe kaaftee Aarsaa jechi'n gitne Barakee nuuf baaftee Halkaniifi guyyaa Osoo hin boqatin Gootummaan hojjattee Seenaa hin dhokatin Ayy

2026-09-08๐Ÿ‘ 1.69K
More posts in Telegram โ†’

Frequently Asked Questions

Can I browse Riyaad Raayyaa without subscribing?

Yes. Tap "View Channel" to read posts before joining โ€” the channel admin sees only the total subscriber count, never individual visitors. Your identity is not exposed until you tap the Join button inside Telegram. Your phone number is never visible to the channel unless you've made it public in your Telegram privacy settings.

Will my contacts know if I subscribe to Riyaad Raayyaa?

No. Telegram never notifies your contacts when you join or leave a channel. Channels only show a total subscriber count โ€” no names, no usernames, no profile information is visible to anyone.

What does Riyaad Raayyaa post about?

Riyaad Raayyaa is a Telegram channel in the Buenos Aires Telegram Channels category.

How do you screen Riyaad Raayyaa before publishing?

We verify every listing is publicly accessible, has a minimum subscriber count, and exclude channels Telegram has marked as harmful. If you've subscribed to Riyaad Raayyaa and noticed something suspicious โ€” a review on this page helps others stay safe.