Telegram Description
From Telegram

Hikkaa Hadiisa Sahiiha Bukhaarii fi Muslimaa Afaan Oromootiin Dhiyaatu

No reviews yet. Be the first to review this channel.

Write a Review

Sign in to rate and review this channel. It takes a few seconds with Telegram.

Similar Finnish Telegram Channels
โ† All Finnish Telegram Channels
Latest posts

Ayyaanni Inquxaxash (Waggaan Haaraan Itoophiyaa) amantaa Kiristaana Oortoodooksii wajjin hidhata seenaa fi sirnaa cimaa qaba. Kanaafuu : โŒ Wajjin kabajuu โŒ โ€œBaga Geessanโ€ isaaniin jedhuun โŒ Gammachuu ibsuun โŒ Isaa fakkaachuun โŒ Waan isaan ayyaana sana irratti itti gargaaraman dhiyeessuun akka Islaamaatti haraamaafi dhorkaadha. ู‚ุงู„ ๏ทบ : ยซู…ูŽู†ู’ ุชูŽุดูŽุจู‘ูŽู‡ูŽ ุจูู‚ูŽูˆู’ู…ู ููŽู‡ููˆูŽ ู…ูู†ู’ู‡ูู…ู’ยป โ€œNamtichi orma tokkotti fakkaate isaanuma irraayyii, isaaniin addaan hin jiru" jedhanโ€ ู‚ูŽุงู„ูŽ ุดูŽูŠู’ุฎู ุงู„ุฅูุณู’ู„ูŽุงู…ู ุงุจู’ู†ู ุชูŽูŠู’ู…ููŠู‘ูŽุฉูŽ ุฑูŽุญูู…ูŽู‡ู ุงู„ู„ู‡ู: ยซูˆูŽู‡ูฐุฐูŽุง ุงู„ู’ุญูŽุฏููŠุซู ุฃูŽู‚ูŽู„ู‘ู ุฃูŽุญู’ูˆูŽุงู„ูู‡ู ุฃูŽู†ู’ ูŠูŽู‚ู’ุชูŽุถููŠูŽ ุชูŽุญู’ุฑููŠู…ูŽ ุง

2026-09-10๐Ÿ‘ 41

Ilmi namaa yeroo hunda Rabbitti haajamaadha. Aayyoo aaishaa ุฑูŽุถููŠ ุงู„ู„ู‡ู ุนูŽู†ู’ู‡ูู…ุง nigaafatamte nabiin ๏ทบ yeroo hedduu maaliin Rabbi kadhata ? jennaan akkana jedhaa jette: ุงู„ู„ู‘ูŽู‡ูู…ู‘ูŽ ุฅูู†ู‘ููŠ ุฃูŽุนููˆุฐู ุจููƒูŽ ู…ูู†ู’ ุดูŽุฑู‘ู ู…ูŽุง ุนูŽู…ูู„ู’ุชูุŒ ูˆูŽู…ูู†ู’ ุดูŽุฑู‘ู ู…ูŽุง ู„ูŽู…ู’ ุฃูŽุนู’ู…ูŽู„ู’" muslimtu odeesse. 66/2766 Namni hadiisa kana odeesse. Namni hadiisa kana odeesse haadha muimintootaa aayyoo aaishaa Intala abiibakar assiddiq ุฑูŽุถููŠ ุงู„ู„ู‡ู ุนูŽู†ู’ู‡ู nabiin ๏ทบ hijraa dura isii fuudhe eega hijraa bahanii madiinatti itti gale isii umrii waggaa 9. Hayyuu beekamtuu akkaan ilmii diin guddoo qabdu turte. Isii umrii waggaa18 ti nabii

2026-06-15๐Ÿ‘ 1.04K

Channel photo updated

2026-06-15
More posts in Telegram โ†’

Frequently Asked Questions

Can I browse Bukhaarii fi Muslima without subscribing?

Yes. Tap "View Channel" to read posts before joining โ€” the channel admin sees only the total subscriber count, never individual visitors. Your identity is not exposed until you tap the Join button inside Telegram. Your phone number is never visible to the channel unless you've made it public in your Telegram privacy settings.

Will my contacts know if I subscribe to Bukhaarii fi Muslima?

No. Telegram never notifies your contacts when you join or leave a channel. Channels only show a total subscriber count โ€” no names, no usernames, no profile information is visible to anyone.

What does Bukhaarii fi Muslima post about?

Bukhaarii fi Muslima is a Telegram channel in the Finnish Telegram Channels category.

How do you screen Bukhaarii fi Muslima before publishing?

We verify every listing is publicly accessible, has a minimum subscriber count, and exclude channels Telegram has marked as harmful. If you've subscribed to Bukhaarii fi Muslima and noticed something suspicious โ€” a review on this page helps others stay safe.