This Telegram channel focuses on strengthening unity, sharing knowledge about culture and history, and exchanging various information among its members. It aims to foster collaboration and learning within the group.
Kaayyoon group kanaa kanneen faadha.1, tokkummaa cimsuuf 2, walbaruuf 3, seenaa fi aadaa keenya walbarsiisuf 4, odeeffanno garagaraa walbiraan ga'uuf Kanaafuu group kana keessati qooda fudhachuu qabna. #Share fi #join haa goonu. Hora bulaa!!!