Bedele Sumeya Academy offers diverse educational programs and training opportunities in Bedele, located in the Buunnoo Beddelle region. The channel serves as a resource for students seeking engaging learning experiences and information about various educational initiatives.
Gareen Kun Kan Mana Barumsaa Sumayyaa Godina Buunnoo Beddelle magaala Beddelleti.Kaayyoon isa barattootaaf Leenjii,bifa hawataa ta'een kennuudha,akkasumas dhaabbatichaafis barnoota garaa garaa kan kennu yoo ta'u itti hirmaachuun irraa fayyadamaa ta'a.