Telegram Description
From Telegram

This Channel is Created To Clench Victory Of That The Hijacked QEERROO & QARREE Revolutions in OROMIA Again.!!!! ❤️💚❤️ 💪💪💪

No reviews yet. Be the first to review this channel.

Write a Review

Sign in to rate and review this channel. It takes a few seconds with Telegram.

Similar Lima Telegram Channels
← All Lima Telegram Channels
Latest posts

Odeessa Kaabaa 🫳👂 Wa"raanni Eertriyaa ifatti daangaa Itoophiyaa ce'uun Addigiraat dabree gara jiddugaleessa Tigraay socho'aa akka jiru miidiyaaleen addunyaa gabaasaa jiru. Yeroo ammaatti lo"ltoota Itoophiyaa fi Eeritriyaa jidduu fageenya kiiloomeetira 50 hin caalletu jira jedhama. Waa maraafu waraanni Eritrea maalif daangaa Impayeera kanaa cabsee seenee jechun hin danda'aamu sababi isaa kanaan dura TPLF'n sodaate kan guuza yaamate biyyaa salphiise K/Abiyyi wan ta'eef. 0:17 This media is not supported in your browser VIEW IN TELEGRAM 🔥2

2026-10-07👁 129

https://youtu.be/bxzokmTWe8Q?si=bhaCUWBgd5HKZgjp YouTube [SQBO]: WBO, n Zoonii Lixa Oromiyaa miseensota haaraa eebbisuun gara dirqama itti aanutti bobbaase! 👇 https://youtube.com/-qeerroo?si=bhmc5imxeREEGMJ4 🔥3👍1

2026-10-07👁 193

#Masrii, #Eertiraa, #Sudaaniifi Somaaliyaan yoo rakkoon nageenyaa Itoophiyaa gara daangaa isaaniitti cehe tarkaanfii nageenyaa fudhachuuf walii galtee mallatteesuun gabafame Finfinnee, Onkoloolessa 07, 2026: Masrii, Eertiraa, Suudaanii fi Somaaliyaan, "yoo walitti bu'iinsi daangawwan Itoophiyaan Eertiraa, Suudaanii fi Somaaliyaa wajjin qabdutti cehe ta'eef, tattaaffiiwwan waraanaa fi odeeffannoo qindeessuuf waliigalaniiru" jechuun Rooyitars qondaalota nageenyaa Masrii lama wabeeffachuun gabaase; kunis walgahii qaama afurii Masriitti Onkoloolessa 4 gaggeeffame booda kan uumamedha jedhame. Wal

2026-10-07👁 270
More posts in Telegram →

Frequently Asked Questions

Can I browse LIMA FOXTROT FOXTROT without subscribing?

Yes. Tap "View Channel" to read posts before joining — the channel admin sees only the total subscriber count, never individual visitors. Your identity is not exposed until you tap the Join button inside Telegram. Your phone number is never visible to the channel unless you've made it public in your Telegram privacy settings.

Will my contacts know if I subscribe to LIMA FOXTROT FOXTROT?

No. Telegram never notifies your contacts when you join or leave a channel. Channels only show a total subscriber count — no names, no usernames, no profile information is visible to anyone.

What does LIMA FOXTROT FOXTROT post about?

LIMA FOXTROT FOXTROT is a Telegram channel in the Lima Telegram Channels category.

How do you screen LIMA FOXTROT FOXTROT before publishing?

We verify every listing is publicly accessible, has a minimum subscriber count, and exclude channels Telegram has marked as harmful. If you've subscribed to LIMA FOXTROT FOXTROT and noticed something suspicious — a review on this page helps others stay safe.