Telegram Description
From Telegram

Oduu fi dhimmoota yeroo irratti xiyyeeffachuun, hawaasa Oromooaf odeeffannoo qulqulluu, gabaabaa fi amanamaa dhiyeessina.

No reviews yet. Be the first to review this channel.

Write a Review

Sign in to rate and review this channel. It takes a few seconds with Telegram.

Similar Manama Telegram Channels
← All Manama Telegram Channels
Latest posts

Paartiin Badhaadhinaa Injifate. Boordiin Filannoo Biyyooleessaa Itoophiyaa bu'aa filannoo waliigalaa 7ffaa beeksiseera. Haaluma kanaan, Paartiin Badhaadhinaa teessoowwan Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataa 438 injifachuun sagalee caalmaa bal'aa argachuun injifateera. Dabalataanis, paartiin biyya bulchaa jiru kun filannoo manneen maree naannolee irrattis bu'aa olaanaa galmeessiseera. Ragaan ifoome kun akka agarsiisutti, Naannoo Oromiyaatti teessoo waliigalaa 528 keessaa Paartiin Badhaadhinaa teessoo 523 injifachuun caalmaa argateera. Teessoowwan hafan keessaa dorgomtoonni dhuunfaa 4, akkasumas p

2026-06-21👁 85

Waancaa Addunyaa 2026 Jarman 2–1 Kooti Diivo'aar: Tapha cimaa booda, Jarmanii goolii Deniz Undav dhuma irratti galcheen Koote Diivaar mo'attee sadarkaa itti aanutti dabarteetti. Neezerlaands 5–1 Siwidiin: Neezerlaands tapha bifa addaan domineessiteen Siwidiin salphaatti injifattee morkii garee ishee adda durummaan dursaa jirti.

2026-06-20👁 67

Waraana Liibaanoos fi Carraa Siyaasa Nataaniyaahuu Kan Murteessu Tiraamp Ta'uu Ibsame Waliigalteen dhaabbii lolaa Israa'elii fi Heezbullaah gidduutti taasifame osoo sa'aatii 24 hin guutin, Israa'el gama kibba Liibaanoositti haleellaa qilleensaa raawwachuun namoota hedduu ajjeesteetti. Haalli kun naannichatti yaaddoo guddaa uumeera. Dhiibbaa Doonaald Tiraamp fi Carraa Filannoo Nataaniyaahuu Dhiibbaa Tiraamp: Preezdaantiin Ameerikaa Doonaald Tiraamp, carraa Muummichi Ministeera Israa'el Beenyaamiin Nataaniyaahuun irra deebi'anii filatamuuf qaban irratti dhiibbaa jabaa akka qaban miidiyaa hawaasu

2026-06-20👁 909
More posts in Telegram →

Frequently Asked Questions

Can I browse Dhimmoota Yeroo without subscribing?

Yes. Tap "View Channel" to read posts before joining — the channel admin sees only the total subscriber count, never individual visitors. Your identity is not exposed until you tap the Join button inside Telegram. Your phone number is never visible to the channel unless you've made it public in your Telegram privacy settings.

Will my contacts know if I subscribe to Dhimmoota Yeroo?

No. Telegram never notifies your contacts when you join or leave a channel. Channels only show a total subscriber count — no names, no usernames, no profile information is visible to anyone.

What does Dhimmoota Yeroo post about?

Dhimmoota Yeroo is a Telegram channel in the Manama Telegram Channels category.

How do you screen Dhimmoota Yeroo before publishing?

We verify every listing is publicly accessible, has a minimum subscriber count, and exclude channels Telegram has marked as harmful. If you've subscribed to Dhimmoota Yeroo and noticed something suspicious — a review on this page helps others stay safe.