Telegram Description
From Telegram

FBC

No reviews yet. Be the first to review this channel.

Write a Review

Sign in to rate and review this channel. It takes a few seconds with Telegram.

Similar Swahili Telegram Channels
← All Swahili Telegram Channels
Latest posts

👁Wixineen labsii Seera Adeemsa Falmii Yakkaa fi Ragaa yeroo dheera dura yoo xiqqaate waggaa Shan/5 dura wixineeffamee Mana Marii(Paarlaamaan) raggaasifamuuf sodaatamee bira taa’amaa ture, Labsii Lakk.1410/2018 jedhamee guyyaa dheengaddaa (24/07/2018) Mana Marii Bakka Bu’oota Ummataa(Paarlaamaan) sagalee caalmaatiin mirkanaa'ee jira. Wixineen kuni Seera Deemsa Falmii Yakkaa Bara 1961 bara Mootummaa Haylesillaasee bahee hanga ammaatti biyyi teenya ittin hojjechaa fayyadamaa jirtu kuni fooyyeessuuf yeroo dheeraa kan fudhate ta’ullee yeroo ammaa Seera Ragaa dabalatee wixinneeffamee ragaasifamee j

2026-04-04👁 127

DHIMMWF Hiikoo dirqisiisa gaafa guyyaa 28/7/2013 lakk.galmee 188480 ta'ee irratti kenneen Falmii daangaa irratti gareen walfalmitootaa hamma daangaa darbamee isa sirri ibsuuf kan hin dirqamsiifamnee yoo ta'uu, hammi daangaa darbamee yeroo ogeessaan safaramu hamma gaafatamee oli yoo ta'elle seerummaan hamma gafatame qofa irratti kennama jechuun hin danda’amu. Falmii daangaa irratti ragoonni himataa, himatamaan lafa himataa daangaa darbee qabachuu yoo hubachiisan meetira (kaaree) meeqatti qabatame kan jedhu ibsuuf hin dirqamani. Meetira(kaaree, heektaara) meeqattu darbamee qabatame kan jedhuuf

2026-03-25👁 120

Waliigalatti yakkoota dachaan/ daddabalamaan himannaawwan hedduu himatamuun, yakki ulfaataa ta’uu fi adabbii ulfaatu kan hordofsiisu ta’uun qofaa isaatti akkaataa SDFY kwt 63nis ta’e kwt 67(1(a))tiin mirga wabii kan daangeessuuf gahaa akka hintaane murtiin kun hiikkoo duraan kennamee ture irra deebiin yaadachiisuun kan cimsedha. Follow me on 👇👇👇👇👇👇👇👇 https://www.facebook.com/mirdadrumi2003 Facebook Log in or sign up to view See posts, photos and more on Facebook.

2025-11-03👁 98
More posts in Telegram →

Frequently Asked Questions

Can I browse Fami Broadcasting Corporation-FBC "Harkaa fi Miila Ummataa" without subscribing?

Yes. Tap "View Channel" to read posts before joining — the channel admin sees only the total subscriber count, never individual visitors. Your identity is not exposed until you tap the Join button inside Telegram. Your phone number is never visible to the channel unless you've made it public in your Telegram privacy settings.

Will my contacts know if I subscribe to Fami Broadcasting Corporation-FBC "Harkaa fi Miila Ummataa"?

No. Telegram never notifies your contacts when you join or leave a channel. Channels only show a total subscriber count — no names, no usernames, no profile information is visible to anyone.

What does Fami Broadcasting Corporation-FBC "Harkaa fi Miila Ummataa" post about?

Fami Broadcasting Corporation-FBC "Harkaa fi Miila Ummataa" is a Telegram channel in the Swahili Telegram Channels category.

How do you screen Fami Broadcasting Corporation-FBC "Harkaa fi Miila Ummataa" before publishing?

We verify every listing is publicly accessible, has a minimum subscriber count, and exclude channels Telegram has marked as harmful. If you've subscribed to Fami Broadcasting Corporation-FBC "Harkaa fi Miila Ummataa" and noticed something suspicious — a review on this page helps others stay safe.