About this channel
✦ AI Summary

The Dr. Abdisa Ejeta Official Channel offers a variety of educational books and materials for learners. It serves as a resource for those interested in accessing diverse teaching content.

Telegram Description
From Telegram

Chaanaalii kana keessaan:- Kitaaboleefi barreeffamoota barsiisoo garagaraatu argama. Itti goraa!👇

No reviews yet. Be the first to review this channel.

Write a Review

Sign in to rate and review this channel. It takes a few seconds with Telegram.

Similar Morocco Telegram Channels
← All Morocco Telegram Channels
Latest posts

ERGAA HUBANNOO HAWAASAA FI OGEESSOTA FAYYAAF QUUFAA MORMAA (GOITER) / HUCCUBA Waa’ee Quufa Mormaa/Huccubaa Waan Beekuu Qabnu 1. Quufni Mormaa/Huccubni hundi qorichoota akka PTU, Propranolol ykn Lugol’s iodine tiin yaalamuu qabaa? Lakki! Quufa Mormaa/Huccuba (Goiter) jechuun xannachi thyroid guddachuu ykn babal’achuu jechuudha. Garuu sababoonni Quufa Mormaa/Huccuba fidaan adda addaa waan ta’aniif, hundi isaanii qoricha tokkoon hin yaalaman. Namni tokko hormooniin thyroid isaa olka’uu danda’a; kan biraan sadarkaan hormoonii isaa sirrii ta’uu danda’a; kan biraan immoo hormooniin thyroid i

2026-08-31👁 2.58K

"#Ni_danda'aa?" ‎"Namni garaacha (Stomach )malee jiraachuu ni danda'aa?" Tokkotu akkana jedhee na gaafate. Deebii isaa siniifis haa qoodu. ‎ ‎Sababoota garagaraaf garaachi guutummaa guutuutti baafamuu (Total gastrectomy) danda'a. Yeroo kana, ujummoon nyaataa (Esophagus) gara mari'immaan qal'aatti (Small Intestine)-tti qabsiifaama. Haala kanaan, nyaanni ujummoo nyaataa irraa gara mir'immaan qal'aatti kallattiin darba. Kanaafuu, namni garaacha malee jiraachuu ni danda'a. Eeyyeen, ni danda'a! ‎ ‎Fayyaa hin dhabiinaa! ‎ ‎Dr. Abdiisaa Ejjetaati

2026-08-15👁 6.8K

BUNA DHUGUU ******* Bu'aan qorannolee woggoota hedduuf namoota buna dhugan irratti godhaman akka muldhisanitti: Bunni keemikaala 'Kaafiin' jedhamu of keessaa qaba. Keemikaalli kun ammoo sammuu si'eessuun kaka'umsaa fi humna namaa uumuun, miira dadhabbii hirdhisuun, beekama. Hammi 'Kaafiniin' nama si'eessuu fi jijjirraa haalaa-amalaa namaa irratti fidu garuu namaa namatti garaagarummaa qaba. Kaafiniin: ● Kaafiiniin Dhukkuba Tiruu Yeroo Dheera fi Kaansarii Tiruu ittisu irratti gahee qaba. Tiruun dhukkubsatte akka gadaanisa uumtee hin dadhabne tursiisuu irratti faayida qaba ● Baattuun hadhoo

2026-08-13👁 4.21K
More posts in Telegram →

Frequently Asked Questions

Can I browse Dr. Abdisa Ejeta without subscribing?

Yes. Tap "View Channel" to read posts before joining — the channel admin sees only the total subscriber count, never individual visitors. Your identity is not exposed until you tap the Join button inside Telegram. Your phone number is never visible to the channel unless you've made it public in your Telegram privacy settings.

Will my contacts know if I subscribe to Dr. Abdisa Ejeta?

No. Telegram never notifies your contacts when you join or leave a channel. Channels only show a total subscriber count — no names, no usernames, no profile information is visible to anyone.

What does Dr. Abdisa Ejeta post about?

Dr. Abdisa Ejeta is a Telegram channel for anyone interested in education and books. Subscribers can expect regular posts on resources and learning, along with teaching to dive into.

How do you screen Dr. Abdisa Ejeta before publishing?

We verify every listing is publicly accessible, has a minimum subscriber count, and exclude channels Telegram has marked as harmful. If you've subscribed to Dr. Abdisa Ejeta and noticed something suspicious — a review on this page helps others stay safe.